LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 34:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Yihowaan goraadee qaba; goraadeen kun dhiigaan ni laaqama.

      Coomaan ni laaqama,+

      Dhiiga hoolota xobbaallaa fi dhiiga reʼootaatiin,

      Cooma kalee korbeeyyii hoolaatiinis ni laaqama.

      Sababiin isaas, Yihowaan Boozraa keessatti aarsaa,

      Biyya Edoom keessattis qalma hedduu ni qopheessa.+

  • Isaayyaas 63:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 63 Inni Edoomii+ dhufaa jiru,

      Inni uffata halluu ifaa* qabu uffatee Boozraadhaa+ dhufaa jiru,

      Inni uffata miidhagaa uffatee

      Humna isaa isa guddaadhaan tarkaanfachaa dhufaa jiru kun eenyu?

      “Ana isa qajeelummaadhaan dubbatu,

      Isa fayyisuuf humna guddaa qabu sana dha.”

  • Ermiyaas 49:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Kunoo, inni akkuma risaatti ol baʼee saffisaan gad ni buʼa,+

      Qoochoo isaas Boozraa+ irratti ni diriirsa.

      Guyyaa sanatti garaan loltoota Edoom

      Akkuma garaa dubartii ciniinsuu irra jirtuu ni dhiphata.”

  • Amoos 1:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Kanaafuu, ani Temaan+ irratti ibidda nan erga,

      Innis masaraawwan Boozraa warra ciccimoo taʼan ni nyaata.’+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi