-
Isaayyaas 34:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Ibiddichi halkanis taʼe guyyaa hin dhaamu;
Aarri isaas bara baraaf ol ni baʼa.
Ishiin dhalootaa hamma dhalootaatti barbadooftee hafti;
Baraa hamma bara baraattis eenyu iyyuu ishii keessa hin darbu.+
-