Faarfannaa 137:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Yaa intala Baabilon ishii yeroo dhihootti balleeffamtu nana,+Inni akkuma nu cunqursitetti si cunqursuudhaanGatii kee siif deebisu gammadaa ni taʼa.+ Mulʼata 18:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Wantuma ishiin warra kaan irratti raawwatte ishii irratti raawwadhaa;+ wanta ishiin raawwatteefis dachaa lama ishiidhaaf deebisaa;+ xoofoo+ ishiin itti maktetti dachaa lama godhaatii ishiidhaaf makaa.+
8 Yaa intala Baabilon ishii yeroo dhihootti balleeffamtu nana,+Inni akkuma nu cunqursitetti si cunqursuudhaanGatii kee siif deebisu gammadaa ni taʼa.+
6 Wantuma ishiin warra kaan irratti raawwatte ishii irratti raawwadhaa;+ wanta ishiin raawwatteefis dachaa lama ishiidhaaf deebisaa;+ xoofoo+ ishiin itti maktetti dachaa lama godhaatii ishiidhaaf makaa.+