Isaayyaas 13:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Yihowaanii fi meeshaawwan waraanaa dheekkamsa isaaGuutummaa lafaa irratti badiisa fiduuf,+Biyya fagoodhaa,+Andaara samiiwwaniitii dhufaa jiru. Ermiyaas 51:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 “Xiyyawwan qaradhaa;+ gaachanootas qabadhaa.* Yihowaan Baabiloniin ona gochuu waan barbaadeef,Hafuura mootota Meedon kakaaseera.+ Sababiin isaas, Yihowaan haaloo ni baʼa, inni mana qulqullummaa isaatiif haaloo ni baʼa.
5 Yihowaanii fi meeshaawwan waraanaa dheekkamsa isaaGuutummaa lafaa irratti badiisa fiduuf,+Biyya fagoodhaa,+Andaara samiiwwaniitii dhufaa jiru.
11 “Xiyyawwan qaradhaa;+ gaachanootas qabadhaa.* Yihowaan Baabiloniin ona gochuu waan barbaadeef,Hafuura mootota Meedon kakaaseera.+ Sababiin isaas, Yihowaan haaloo ni baʼa, inni mana qulqullummaa isaatiif haaloo ni baʼa.