Isaayyaas 47:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Ani saba kootti nan dheekkame.+ Dhaala koo nan xureesse,+Harka keettis dabarsee isaan nan kenne.+ Ati garuu gara laafina isaanitti hin argisiisne.+ Maanguddoota irratti illee waanjoo ulfaataa feete.+
6 Ani saba kootti nan dheekkame.+ Dhaala koo nan xureesse,+Harka keettis dabarsee isaan nan kenne.+ Ati garuu gara laafina isaanitti hin argisiisne.+ Maanguddoota irratti illee waanjoo ulfaataa feete.+