LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 5:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Guyyaa sanatti isaan akkuma galaanaatti,

      Isa irratti ni gungumu.+

      Namni xiyyeeffannaadhaan biyyattii ilaalu kam iyyuu dukkana nama dhiphisu arga;

      Duumessootaan kan kaʼe ifni illee dukkanaaʼeera.+

  • Yooʼel 2:30, 31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Samiiwwan keessattii fi lafa irratti dinqiiwwan* nan raawwadha,

      Dhiigni, ibiddii fi utubaan aaraa ni mulʼata.+

      31 Guyyaan Yihowaa inni guddaanii fi sodaachisaan dhufuu isaa dura,+

      Aduun ni dukkanoofti, addeessis gara dhiigaatti ni jijjiiramti.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi