LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 94:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Sababiin isaas, Yihowaan saba isaa hin dhiisu,+

      Dhaala isaas+ hin gatu.

  • Isaayyaas 44:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 “Ati tajaajilaa koo waan taateef,

      Yaa Yaaqoob, yaa Israaʼel, wantoota kana yaadadhu.

      Ani si tolcheera, ati tajaajilaa koo ti.+

      Yaa Israaʼel, ani si hin irraanfadhu.+

  • Ermiyaas 46:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Kanaafuu, tajaajilaa koo kan taate yaa Yaaqoob, ani sii wajjin waanan jiruuf hin sodaatin.

      Saboota ani gidduu isaaniitti si bittinneesse hundumaa haxaaʼee nan balleessa;+

      Siin garuu haxaaʼee hin balleessu.+

      Ani hamma siif malu sin adaba* malee,+

      Matumaa utuun si hin adabin hin dhiisu’ jedha Yihowaan.”

  • Zakkaariyaas 2:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Yihowaan lafa qulqulluu irratti Yihudaa gaʼee isaa godhatee akka dhaalaatti ni fudhata; inni ammas Yerusaalemiin ni filata.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi