LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Anbaaqom 2:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Isa badiisa jalaa baʼuuf jedhee,

      Manʼee isaa ol kaasee ijaarrachuuf,

      Maatii isaatiif faayidaa sirrii hin taane walitti qabatuuf wayyoo!

  • Mulʼata 18:11, 12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 “Kana booda feʼumsa isaanii hunda kan bitu tokko illee waan hin jirreef, daldaltoonni lafaas ishiidhaaf ni booʼu, akkasumas ni gadduuf; 12 feʼumsi isaanii inni hedduun, warqii, meetii, dhagaa gatii guddaa qabu, callee, uffata quncee talbaa baʼeessa, uffata bifa dhiilgee, haarrii, uffata diimaa, wantoota muka urgaaʼu irraa tolfaman, miʼawwan garaa garaa ilka arbaa, muka gatii guddaa qabu, sibiila diimaa, sibiilaa fi dhagaa adii irraa tolfaman,

  • Mulʼata 18:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Awwaara mataa isaanii irratti firfirsanii, iyyaa, booʼaa fi gaddaa, ‘Baayʼee nama gaddisiisa, baayʼee nama gaddisiisa, magaalaa guddittiin ishiin warri galaana irraa doonii qaban hundi qabeenya ishiitiin sooreyyii taʼan, saʼaatii tokko keessatti barbadoofteetti!’+ jedhan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi