LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 50:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Dheekkamsa Yihowaatiin kan kaʼe, bakka namni keessa jiraatu hin taatu;+

      Ishiin guutummaatti ni onti.+

      Namni Baabilon bira darbu kam iyyuu sodaadhaan ishii ilaala,

      Dhaʼicha ishii irra gaʼe hundumaatiin kan kaʼes ni siiqsa.+

  • Ermiyaas 50:40
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 40 Yihowaan akkana jedha: “Akkuma yeroo Waaqayyo Sodoomii fi Gomoraa,+ akkasumas magaalota ollaa isaanii turan garagalchetti+ taʼe, eenyu iyyuu achi hin jiraatu, namni tokko illees achi hin buufatu.+

  • Mulʼata 18:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Maleekaa jabaan tokko dhagaa akka dhagaa daakuu guddaa tokko ol fuudhee galaana keessatti gad darbatee akkana jedhe: “Baabilon magaalaa guddittiin, akkuma kana furguggifamtee gad ni darbatamti, matumaas deebitee hin argamtu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi