Ermiyaas 50:34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Haa taʼu malee, inni isaan furu jabaa dha.+ Maqaan isaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa ti.+ Biyyattiidhaaf boqonnaa kennuuf,+Jiraattota Baabilon irrattis jeequmsa fiduuf,+Inni dhugumaan dhimma seeraa isaanii irratti isaaniif ni falma.”+
34 Haa taʼu malee, inni isaan furu jabaa dha.+ Maqaan isaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa ti.+ Biyyattiidhaaf boqonnaa kennuuf,+Jiraattota Baabilon irrattis jeequmsa fiduuf,+Inni dhugumaan dhimma seeraa isaanii irratti isaaniif ni falma.”+