-
Isaayyaas 13:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Namni argame kam iyyuu ni waraanama,
Namni qabame kam iyyuus goraadeedhaan ni ajjeefama.+
-
-
Daaniʼel 5:30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
30 Halkanuma sana Belshaazaar inni mootii Kaladootaa taʼe ni ajjeefame.+
-