LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 13:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Guyyaan Yihowaa waan dhihaateef gadoodaa!

      Inni badiisa fiduuf Isa Hundumaa Dandaʼu biraa ni dhufa.+

  • Ermiyaas 50:22, 23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Biyyattii keessatti sagaleen waraanaa,

      Sagaleen badiisa guddaas ni dhagaʼama.

      23 Burruusni guutummaa lafaa kan kutamee fi kan cabe akkamitti!+

      Baabilon saboota gidduutti wanta sodaachisaa kan taate akkamitti!+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi