LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 51:41
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 41 “Sheshaak* kan qabamte akkamitti!+

      Ulfinni guutummaa lafaa kan qabamte akkamitti!+

      Baabilon saboota gidduutti wanta sodaachisaa kan taate akkamitti!

  • Mulʼata 18:15, 16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 “Daldaltoonni wantoota kana gurguranii fi warri sababii ishiitiin sooreyyii taʼan, dhiphina ishii waan sodaataniif halaala dhaabbatanii booʼaa fi gaddaa 16 akkana jedhu: ‘Magaalaa guddittii kana irra kun gaʼuun isaa baayʼee nama gaddisiisa, baayʼee nama gaddisiisa! Ishiin uffata quncee talbaa baʼeessa, uffata bifa dhiilgee fi uffata diimaa uffattee, akkasumas faaya warqii, dhagaa gatii guddaa qabuu fi calleedhaan baayʼee miidhagfamtee turte;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi