-
Faarfannaa 95:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Anis waggaa 40f dhaloota sana jibbee akkana nan jedhe:
“Isaan saba yeroo hundumaa garaan isaa karaa irraa goru dha;
Daandiiwwan koos hin beekne.”
-
-
Ermiyaas 11:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Isaan garuu hin dhageenye yookiin gurra isaanii natti hin qabne; kanaa mannaa, tokkoon tokkoon isaanii didaa taʼuudhaan garaa isaanii isa hamaa duukaa buʼuu isaanii itti fufan.+ Kanaafuu, dubbii kakuu isan akka raawwatan isaan ajajee fi isaan raawwachuu didan kana hundumaa isaan irratti nan fide.’”
-