-
Amoos 8:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Isin akkana jettu: ‘Midhaan keenya akka gurgurannuuf, ayyaanni baatii haaraa yoom xumurama?+
Midhaan keenya gurgurtaadhaaf akka dhiheessinuuf Sanbanni+ yoom darba?
Silaa madaallii gowwoomsaa keenya dhugaa fakkeessuuf,
Safartuu eefaa* ni xinneessina,
Madaallii sheeqilii* immoo ni guddisna turre;+
-
Miikiyaas 6:11, 12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Ani madaallii jalʼaa fi
Dhagaa madaallii sobaa utuun harkaa qabuu karaa naamusaa qulqulluu taʼuu nan dandaʼaa?+
-
-
-