Isaayyaas 59:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Sababiin isaas, barruun keessan dhiigaan,Qubni keessanis yakkaan faalameera.+ Hidhiin keessan soba dubbata,+ arrabni keessanis waaʼee jalʼinaa gunguma. Miikiyaas 7:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Namni amanamaan lafa irraa badeera;Namoota gidduu namni qajeelaan hin jiru.+ Hundi isaanii iyyuu dhiiga dhangalaasuuf riphanii eeggatu.+ Tokkoon tokkoon namaa obboleessuma isaa saaphana qurxummiitiin ni adamsa.
3 Sababiin isaas, barruun keessan dhiigaan,Qubni keessanis yakkaan faalameera.+ Hidhiin keessan soba dubbata,+ arrabni keessanis waaʼee jalʼinaa gunguma.
2 Namni amanamaan lafa irraa badeera;Namoota gidduu namni qajeelaan hin jiru.+ Hundi isaanii iyyuu dhiiga dhangalaasuuf riphanii eeggatu.+ Tokkoon tokkoon namaa obboleessuma isaa saaphana qurxummiitiin ni adamsa.