2 Seenaa Baraa 11:5, 6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Rooboʼaamis Yerusaalem keessa jiraachaa, Yihudaa keessatti magaalota dallaa dhagaa qaban ni ijaare. 6 Akka kanaan inni Beetaliheemiin,+ Etaamiin, Teqoohaa,+ Amoos 1:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 1 Bara Ooziyaa+ mootii Yihudaattii fi bara Yeroboʼaam+ ilma Yoʼaas+ mootii Israaʼelitti, kirkirri lafaa uumamuu isaa waggaa lama dura,+ dubbiin Israaʼeliin ilaalchisee Amoos* isa namoota Teqoohaa+ warra hoolota horsiisan keessaa tokko taʼetti mulʼataan himame isa kana.
5 Rooboʼaamis Yerusaalem keessa jiraachaa, Yihudaa keessatti magaalota dallaa dhagaa qaban ni ijaare. 6 Akka kanaan inni Beetaliheemiin,+ Etaamiin, Teqoohaa,+
1 Bara Ooziyaa+ mootii Yihudaattii fi bara Yeroboʼaam+ ilma Yoʼaas+ mootii Israaʼelitti, kirkirri lafaa uumamuu isaa waggaa lama dura,+ dubbiin Israaʼeliin ilaalchisee Amoos* isa namoota Teqoohaa+ warra hoolota horsiisan keessaa tokko taʼetti mulʼataan himame isa kana.