Ermiyaas 18:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Sabni koo garuu na irraanfateera.+ Sababiin isaas, isaan wanta gatii hin qabneef aarsaa* dhiheessu,+Daandiiwwan isaanii, jechuunis karaawwan bara durii irratti namoota gufachiisuudhaanDaandiiwwan xixinnoo warra diriiroo fi wal qixa hin taane* irra akka deeman godhu;+
15 Sabni koo garuu na irraanfateera.+ Sababiin isaas, isaan wanta gatii hin qabneef aarsaa* dhiheessu,+Daandiiwwan isaanii, jechuunis karaawwan bara durii irratti namoota gufachiisuudhaanDaandiiwwan xixinnoo warra diriiroo fi wal qixa hin taane* irra akka deeman godhu;+