Faaruu Ermiyaas 1:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Halkan mararamtee boossi,+ imimmaan ishiis maddii* ishii irra yaaʼa. Warra ishii jaallatan hundumaa keessaa kan ishii jajjabeessu tokko illee hin jiru.+ Michoonni ishii hundi ishii gananiiru;+ diinota ishiis taʼaniiru. Faaruu Ermiyaas 1:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Wantoota kanaan kan kaʼe ani nan booʼa;+ ijji koos imimmaan dhangalaasa. Sababiin isaas, na jajjabeessuu yookiin na* haaromsuu kan dandaʼu kam iyyuu ana irraa fagoo dha. Diinni waan nutti cimeef, ilmaan koo kophaatti hafaniiru.
2 Halkan mararamtee boossi,+ imimmaan ishiis maddii* ishii irra yaaʼa. Warra ishii jaallatan hundumaa keessaa kan ishii jajjabeessu tokko illee hin jiru.+ Michoonni ishii hundi ishii gananiiru;+ diinota ishiis taʼaniiru.
16 Wantoota kanaan kan kaʼe ani nan booʼa;+ ijji koos imimmaan dhangalaasa. Sababiin isaas, na jajjabeessuu yookiin na* haaromsuu kan dandaʼu kam iyyuu ana irraa fagoo dha. Diinni waan nutti cimeef, ilmaan koo kophaatti hafaniiru.