LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 4:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Amma balleeffamteetta, egaa maal goota?

      Uffata diimaa uffatta,

      Faayawwan warqiitiin of miidhagsita,

      Ija kee kuullattees guddaa fakkaatee akka mulʼatu goota turte.

      Haa taʼu malee, warri kajeellaa isaaniitiin si duukaa buʼaa turan waan si jibbaniif,

      Of miidhagsuun kee gatii hin qabu;+

      Isaan amma lubbuu kee balleessuu barbaadu.*+

  • Hisqiʼel 16:37
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 37 ani michoota kee warra ati gammachiiste hundumaa, warra ati jaallatte hundumaas taʼe warra jibbite hundumaa walitti nan qaba. Bakka hundumaa irraa walitti qabee sitti isaan nan fida; qullaa kees isaanitti nan mulʼisa, isaanis guutummaatti qullaa taatee si argu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi