Ermiyaas 13:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Ati garaa keetti, ‘Wantoonni kun kan na irra gaʼan maaliifi?’ jettee yoo yaadde,+Qamisiin kee si irraa kan baafame,+Koomeen kees akka malee kan miidhame balleessaa cimaa raawwatteen kan kaʼe dha. Faaruu Ermiyaas 1:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Yerusaalem cubbuu guddaa hojjette.+ Ishiin jibbamtuu kan taate kanaafi. Warri ishii kabajaa turan hundi qullaa ishii waan arganiif, amma akka waan tuffatamtuu taatetti ishii ilaalu.+ Ishiinis ni aaddi,+ qaanoftees achi garagalti.
22 Ati garaa keetti, ‘Wantoonni kun kan na irra gaʼan maaliifi?’ jettee yoo yaadde,+Qamisiin kee si irraa kan baafame,+Koomeen kees akka malee kan miidhame balleessaa cimaa raawwatteen kan kaʼe dha.
8 Yerusaalem cubbuu guddaa hojjette.+ Ishiin jibbamtuu kan taate kanaafi. Warri ishii kabajaa turan hundi qullaa ishii waan arganiif, amma akka waan tuffatamtuu taatetti ishii ilaalu.+ Ishiinis ni aaddi,+ qaanoftees achi garagalti.