Ermiyaas 13:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Ati garaa keetti, ‘Wantoonni kun kan na irra gaʼan maaliifi?’ jettee yoo yaadde,+Qamisiin kee si irraa kan baafame,+Koomeen kees akka malee kan miidhame balleessaa cimaa raawwatteen kan kaʼe dha. Hisqiʼel 23:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Isaan jibbaan si adabu; wanta ati itti dhamaate hundumaa fudhataniis+ guutummaatti qullaatti si hambisu. Qullaan kee inni qaanessaan inni yeroo ati ejja raawwattetti mulʼate, gochi kee inni qaanessaanii fi sagaagalummaan kee ni saaxilama.+
22 Ati garaa keetti, ‘Wantoonni kun kan na irra gaʼan maaliifi?’ jettee yoo yaadde,+Qamisiin kee si irraa kan baafame,+Koomeen kees akka malee kan miidhame balleessaa cimaa raawwatteen kan kaʼe dha.
29 Isaan jibbaan si adabu; wanta ati itti dhamaate hundumaa fudhataniis+ guutummaatti qullaatti si hambisu. Qullaan kee inni qaanessaan inni yeroo ati ejja raawwattetti mulʼate, gochi kee inni qaanessaanii fi sagaagalummaan kee ni saaxilama.+