LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hisqiʼel 16:36, 37
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Kajeellaan kee akka malee guddaa waan taʼeef, akkasumas yommuu michoota kee fi waaqolii tolfamoo kee warra jibbamoo fi balfamoo*+ ati dhiiga ilmaan keetii illee aarsaa gootee isaaniif dhiheessite+ sana hundumaa wajjin sagaagalummaa raawwattetti qullaan kee waan mulʼateef, 37 ani michoota kee warra ati gammachiiste hundumaa, warra ati jaallatte hundumaas taʼe warra jibbite hundumaa walitti nan qaba. Bakka hundumaa irraa walitti qabee sitti isaan nan fida; qullaa kees isaanitti nan mulʼisa, isaanis guutummaatti qullaa taatee si argu.+

  • Hisqiʼel 16:39
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 39 Harka isaaniitti dabarsee sin kenna; isaanis tabbawwan kee ni diigu; iddoowwan kee warri ol kaʼoon ni jigu;+ isaan uffata kee si irraa ni baasu,+ faayawwan kee warra mimmiidhagoos ni fudhatu;+ guutummaattis qullaa kee akka taatu ni godhu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi