-
Ermiyaas 4:31Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
31 Sababiin isaas, ani sagalee akka sagalee dubartii dhukkubsattee taʼe,
Dhiphina akka dhiphina dubartii mucaa ishii isa angafaa daʼuuf ciniinsifachaa jirtuu taʼe,
Sagalee intala Xiyoon ishii hafuurri ishii ciccitaa jiru sanaas dhagaʼeera.
Ishiin harka ishii diriirsitee,+
“Warra ajjeesan sanaan kan kaʼe waanan dadhabeef, anaaf wayyoo!” jetti.
-