Faaruu Ermiyaas 1:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Xiyoon harka ishii diriirsiteetti;+ garuu kan ishii jajjabeessu tokko illee hin jiru. Diinonni isaa warri naannoo isaatti argaman hundi Yaaqoob irratti akka kaʼan Yihowaan ajaja dabarseera.+ Yerusaalem isaan biratti jibbamtuu taateetti.+
17 Xiyoon harka ishii diriirsiteetti;+ garuu kan ishii jajjabeessu tokko illee hin jiru. Diinonni isaa warri naannoo isaatti argaman hundi Yaaqoob irratti akka kaʼan Yihowaan ajaja dabarseera.+ Yerusaalem isaan biratti jibbamtuu taateetti.+