Faaruu Ermiyaas 1:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Yerusaalem cubbuu guddaa hojjette.+ Ishiin jibbamtuu kan taate kanaafi. Warri ishii kabajaa turan hundi qullaa ishii waan arganiif, amma akka waan tuffatamtuu taatetti ishii ilaalu.+ Ishiinis ni aaddi,+ qaanoftees achi garagalti.
8 Yerusaalem cubbuu guddaa hojjette.+ Ishiin jibbamtuu kan taate kanaafi. Warri ishii kabajaa turan hundi qullaa ishii waan arganiif, amma akka waan tuffatamtuu taatetti ishii ilaalu.+ Ishiinis ni aaddi,+ qaanoftees achi garagalti.