-
2 Mootota 24:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Bara Yehoyaaqiimitti Nebukadnezaar+ mootiin Baabilon biyyattii ni weerare; Yehoyaaqiimis waggaa sadiif tajaajilaa isaa ni taʼe. Sana booda garuu inni isatti garagalee fincila kaase. 2 Achiis Yihowaan tuuta weerartootaa warra Kaladootaa,+ warra Sooriyaa, warra Moʼaabii fi warra Amoon isatti erguu jalqabe. Akkuma dubbii Yihowaan karaa raajota isaa warra tajaajiltoota isaa taʼanii dubbatetti+ inni Yihudaa akka balleessaniif gara ishiitti isaan erguu isaa itti fufe.
-