LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 27:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 “‘“‘Sabni yookiin mootummaan kam iyyuu Nebukadnezaar mootii Baabiloniin tajaajiluu fi morma isaa waanjoo mootii Baabilon jala galchuu yoo dide, ani hamman harka isaatiin isaan fixutti saba sana goraadeedhaan, beelaa fi golfaadhaan* nan adaba’+ jedha Yihowaan.

  • Ermiyaas 43:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Achiis akkana isaaniin jedhi: ‘Waaqa Israaʼel kan taʼe Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Kunoo, ani Nebukadnezaar* mootii Baabilon isa tajaajilaa koo taʼe nan waama;+ teessoo isaas dhagoota ani dhokse kanaa ol nan kaaʼa; innis dunkaana mootummaa isaa isaan irratti ni diriirsa.+

  • Daaniʼel 4:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Nebukadnezaar Mooticha irraa uummata, sabootaa fi namoota qooqa garaa garaa dubbatan warra guutummaa lafaa irra jiraatan hundumaatiif: Nagaan isiniif haa baayʼatu!

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi