LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 36:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Kanaan kan kaʼes, inni mootii Kaladootaa+ isaanitti ni erge; innis dargaggoota isaanii mana qulqullummaa isaanii+ keessatti goraadeedhaan ni ajjeese;+ dargaggeessaaf yookiin durbaaf, maanguddoodhaaf yookiin isa dadhabaadhaaf garaa hin laafne.+ Waaqayyos wanta hundumaa harka isaatti dabarsee kenne.+

  • Ermiyaas 34:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 “Yihowaan Waaqni Israaʼel akkana jedha: ‘Dhaqiitii Zedeeqiyaa+ mootii Yihudaatiin akkana jedhi: “Yihowaan akkana jedha: ‘Kunoo, ani magaalaa kana harka mootii Baabilonitti dabarsee nan kenna, innis ibiddaan ishii guba.+

  • Hisqiʼel 24:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Waggaa saglaffaatti, jiʼa kurnaffaatti, jiʼicha keessaas guyyaa kurnaffaatti ammas dubbiin Yihowaa akkana jedhu gara koo ni dhufe: 2 “Yaa ilma namaa, guyyaa harʼaa,* eeyyee, guyyaa kana galmeessi. Mootiin Baabilon guyyaa kanatti Yerusaalemiin haleeluu jalqabeera.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi