2 Seenaa Baraa 36:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Zedeeqiyaan+ yommuu mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 21 ture; inni Yerusaalem keessa taaʼee waggaa 11f ni bulche.+ Ermiyaas 37:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 37 Zedeeqiyaan+ Mootichi ilmi Yosiyaas bakka Kooniyaa*+ ilma Yehoyaaqiim bulchuu jalqabe; sababiin isaas, Nebukadnezaar* mootiin Baabilon biyya Yihudaa keessatti mootii isa godhee ture.+
11 Zedeeqiyaan+ yommuu mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 21 ture; inni Yerusaalem keessa taaʼee waggaa 11f ni bulche.+
37 Zedeeqiyaan+ Mootichi ilmi Yosiyaas bakka Kooniyaa*+ ilma Yehoyaaqiim bulchuu jalqabe; sababiin isaas, Nebukadnezaar* mootiin Baabilon biyya Yihudaa keessatti mootii isa godhee ture.+