LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 21:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 “‘“Sababiin isaas, ani wanta gaariidhaaf utuu hin taʼin, rakkina ishiitti fiduuf fuula koo magaalaa kana irra kaaʼeera.+ Ishiin harka mootii Baabilonitti dabarfamtee ni kennamti;+ innis ibiddaan ishii guba”+ jedha Yihowaan.

  • Ermiyaas 32:28, 29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Kanaafuu, Yihowaan akkana jedha: ‘Kunoo, ani magaalaa kana harka Kaladootaattii fi harka Nebukadnezaar* mootii Baabilonitti dabarsee nan kenna; innis ishii ni qabata.+ 29 Kaladoonni magaalaa kana waraananis seenanii magaalattiitti ibidda ni qabsiisu;+ magaalattii fi manneen warra namoonni baaxiiwwan isaanii irratti na dheekkamsiisuuf Baʼaaliif aarsaawwan dhiheessanii fi waaqolii kan birootiif aarsaawwan dhugaatii dhangalaasan+ sanas ni gubu.’

  • Ermiyaas 39:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Achiis Kaladoonni mana* mootichaa fi mana uummata sanaa ni guban;+ dallaawwan Yerusaalemis ni diigan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi