5 Ani qabeenya magaalaa kanaa hundumaa, badhaadhina ishii hundumaa, miʼawwan ishii warra gatii guddaa qaban hundumaa fi qabeenya mootota Yihudaa hundumaa harka diinota isaaniitti dabarsee nan kenna.+ Isaanis isaan ni saamu, qabaniis gara Baabilonitti isaan fudhatu.+