Hisqiʼel 24:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 “‘Xuraaʼummaan kee, gocha kee isa qaanessaa taʼeen kan dhufe dha.+ Ani si qulqulleessuuf yaalii godheen ture; ati garuu xuraaʼummaa kee irraa hin qulqullooftu. Hamma aariin koo si irraa qabbanaaʼutti ati qulqulluu hin taatu.+
13 “‘Xuraaʼummaan kee, gocha kee isa qaanessaa taʼeen kan dhufe dha.+ Ani si qulqulleessuuf yaalii godheen ture; ati garuu xuraaʼummaa kee irraa hin qulqullooftu. Hamma aariin koo si irraa qabbanaaʼutti ati qulqulluu hin taatu.+