Keessa Deebii 9:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 “Akkaataa lafa onaa keessatti Waaqa kee Yihowaa itti dheekkamsiiste sana yaadadhu; matumaas hin irraanfatin.+ Guyyaa biyya Gibxii keessaa itti baatan irraa jalqabee hamma iddoo kana geessanitti Yihowaa irratti finciltaniittu.+ 1 Saamuʼel 8:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Isaan erga ani Gibxiidhaa isaan baasee jalqabee hanga guyyaa kanaatti wantuma hojjechaa turan gochaa jiru; ana dhiisanii+ waaqolii kan biroo tajaajilaa jiru;+ wanti isaan si irratti gochaa jiranis kanuma.
7 “Akkaataa lafa onaa keessatti Waaqa kee Yihowaa itti dheekkamsiiste sana yaadadhu; matumaas hin irraanfatin.+ Guyyaa biyya Gibxii keessaa itti baatan irraa jalqabee hamma iddoo kana geessanitti Yihowaa irratti finciltaniittu.+
8 Isaan erga ani Gibxiidhaa isaan baasee jalqabee hanga guyyaa kanaatti wantuma hojjechaa turan gochaa jiru; ana dhiisanii+ waaqolii kan biroo tajaajilaa jiru;+ wanti isaan si irratti gochaa jiranis kanuma.