Isaayyaas 29:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Kanaafuu, saba kana irratti ammas wanta dinqisiisaa kan raawwatu,+Dinqii irratti dinqii kan raawwatus ana dha;Ogummaan namoota isaanii warra ogeeyyii taʼanii ni bada,Hubannaan namoota isaanii warra hubatoo taʼaniis kan dhokfame ni taʼa.”+
14 Kanaafuu, saba kana irratti ammas wanta dinqisiisaa kan raawwatu,+Dinqii irratti dinqii kan raawwatus ana dha;Ogummaan namoota isaanii warra ogeeyyii taʼanii ni bada,Hubannaan namoota isaanii warra hubatoo taʼaniis kan dhokfame ni taʼa.”+