Ermiyaas 4:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Anis, “Yaa Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa, wayyoo! Goraadeen morma keenya irra kaaʼamee* utuu jiruu, ‘Nagaa ni argattu’+ jechuudhaan dhugumaan saba kanaa fi Yerusaalemiin gowwoomsiteetta”+ nan jedhe. Ermiyaas 14:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Ati guutummaatti Yihudaa dhiisteettaa? Xiyooniin hoo jibbiteettaa?+ Hamma fayyuu dadhabnutti kan nu rukutte maaliifi?+ Nagaa arganna jennee abdanne, garuu wanti gaariin hin dhufne,Yeroon fayyinaa ni dhufa jennee abdanne, garuu jeequmsatu taʼe!+
10 Anis, “Yaa Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa, wayyoo! Goraadeen morma keenya irra kaaʼamee* utuu jiruu, ‘Nagaa ni argattu’+ jechuudhaan dhugumaan saba kanaa fi Yerusaalemiin gowwoomsiteetta”+ nan jedhe.
19 Ati guutummaatti Yihudaa dhiisteettaa? Xiyooniin hoo jibbiteettaa?+ Hamma fayyuu dadhabnutti kan nu rukutte maaliifi?+ Nagaa arganna jennee abdanne, garuu wanti gaariin hin dhufne,Yeroon fayyinaa ni dhufa jennee abdanne, garuu jeequmsatu taʼe!+