LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 22:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Anis akkana kanan jedhe kanaafi: “Ija kee na irraa kaasi,

      Ani hirqinfadheen booʼa.+

      Badiisa intala* saba kootii irra gaʼeef

      Na jajjabeessuuf hin yaalinaa.+

  • Ermiyaas 13:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Isin dhagaʼuu yoo diddan,

      Ani of tuulummaa keessaniin kan kaʼe dhoksaatti nan booʼa.

      Hoolonni Yihowaa+ boojuudhaan waan fudhatamaniif,

      Imimmaan hedduu nan dhangalaasa, ijji koos imimmaan ni lolaasa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi