-
Ermiyaas 4:25Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 Ani nan ilaale, kunoo namni tokko illee hin turre,
Simbirroonni samii hundis baqatanii turan.+
-
-
Sefaaniyaa 1:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 “Ani namaa fi horii haxaaʼee nan balleessa.
-