LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 8:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 “As kan teenyu maaliifi?

      Kottaa walitti qabamnee gara magaalota dallaa dhagaa qabaniitti seennee+ achitti haa dhumnu.

      Sababiin isaas, Yihowaa irratti cubbuu waan hojjenneef,

      Waaqni keenya Yihowaan nu balleessa,

      Akka dhugnuufis bishaan summaaʼe nuuf kenna.+

  • Ermiyaas 23:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Kanaafuu, Yihowaan Gooftaan Raayyaa raajota ilaalchisee akkana jedha:

      “Kunoo, isaan hadheessa akka nyaatan nan godha,

      Bishaan summaaʼaa akka dhuganis isaaniif nan kenna.+

      Sababiin isaas, raajonni Yerusaalem guutummaa biyyattii keessatti gantummaa babalʼisaniiru.”

  • Faaruu Ermiyaas 3:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Inni wantoota hadhaaʼoo taʼaniin na guuteera, hadheessas na quubseera.+

  • Faaruu Ermiyaas 3:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Rakkachuu koo fi mana dhabuu koo, hadheessaa fi summii hadhaaʼaa+ nyaachuu koos yaadadhu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi