-
Ermiyaas 9:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Kanaafuu, Waaqa Israaʼel kan taʼe Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: ‘Kunoo, ani sabni kun hadheessa akka nyaatuu fi bishaan summaaʼe akka dhugu nan godha.+
-
-
Faaruu Ermiyaas 3:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Inni natti marseera; summii hadhaaʼaa+ fi rakkina natti naannesseera.
-