15 Isaan, “Asii deemaa! Isin xuraaʼoo dha! Asii deemaa! Asii deemaa! Nu hin tuqinaa” jedhanii isaanitti iyyu.
Sababiin isaas, isaan mana dhabanii asii fi achi jooru.
Namoonnis saboota gidduutti akkana jedhu: “Isaan nuu wajjin as jiraachuu hin dandaʼan.+