Keessa Deebii 28:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Yihowaan diinota kee duratti akka moʼamtu ni godha.+ Kallattii tokkoon isaan ni haleelta; garuu kallattii adda addaa torbaan isaan jalaa ni baqatta; mootummoonni lafaa hundis wanta hamaa si irra gaʼe yommuu argan ni sodaatu.+ Keessa Deebii 28:65 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 65 Saboota sana gidduutti nagaa hin argattu;+ bakka faanni miila keetii itti boqotu illee hin argattu. Kanaa mannaa, Yihowaan achitti garaa yaaddaʼu,+ ija dadhabuu fi garaa abdii kutatu siif kenna.+
25 Yihowaan diinota kee duratti akka moʼamtu ni godha.+ Kallattii tokkoon isaan ni haleelta; garuu kallattii adda addaa torbaan isaan jalaa ni baqatta; mootummoonni lafaa hundis wanta hamaa si irra gaʼe yommuu argan ni sodaatu.+
65 Saboota sana gidduutti nagaa hin argattu;+ bakka faanni miila keetii itti boqotu illee hin argattu. Kanaa mannaa, Yihowaan achitti garaa yaaddaʼu,+ ija dadhabuu fi garaa abdii kutatu siif kenna.+