Faarfannaa 99:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Inni mootii jabaa haqa jaallatu dha.+ Ati wanta qajeelaa taʼe cimsitee dhaabdeetta. Yaaqoob keessatti haqaa fi qajeelummaa argamsiisteetta.+ Hoseʼaa 6:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Sababiin isaas, ani aarsaatti utuu hin taʼin, jaalala amanamaattan* gammada,Aarsaa guutummaatti gubamu mannaa beekumsa Waaqayyoottan gammada.+ Miikiyaas 6:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Yaa namaa, inni wanta gaarii taʼe sitti himeera. Yihowaan maal si irraa* barbaada? Haqa* akka raawwattu,+ amanamummaa akka jaallattu,*+Gad of qabuudhaan*+ Waaqa kee wajjin akka deddeebitu qofa mitii?+ Miikiyaas 7:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Waaqni akka keettiWarra dhaala isaa keessaa hafaniif+ balleessaa isaanii isaaniif dhiisuu fi dogoggora isaanii irra isaaniif darbu eenyu?+ Inni jaalala amanamaatti waan gammaduuf,Bara baraaf akkuma dheekkametti itti hin fufu.+
4 Inni mootii jabaa haqa jaallatu dha.+ Ati wanta qajeelaa taʼe cimsitee dhaabdeetta. Yaaqoob keessatti haqaa fi qajeelummaa argamsiisteetta.+
6 Sababiin isaas, ani aarsaatti utuu hin taʼin, jaalala amanamaattan* gammada,Aarsaa guutummaatti gubamu mannaa beekumsa Waaqayyoottan gammada.+
8 Yaa namaa, inni wanta gaarii taʼe sitti himeera. Yihowaan maal si irraa* barbaada? Haqa* akka raawwattu,+ amanamummaa akka jaallattu,*+Gad of qabuudhaan*+ Waaqa kee wajjin akka deddeebitu qofa mitii?+
18 Waaqni akka keettiWarra dhaala isaa keessaa hafaniif+ balleessaa isaanii isaaniif dhiisuu fi dogoggora isaanii irra isaaniif darbu eenyu?+ Inni jaalala amanamaatti waan gammaduuf,Bara baraaf akkuma dheekkametti itti hin fufu.+