3 “Yaa saba Israaʼel, dubbii Yihowaan waaʼee keessan, eeyyee, guutummaa maatii inni biyya Gibxii keessaa baase ilaalchisee dubbate kana dhagaʼaa:
2 ‘Ani guutummaa maatiiwwan lafaa keessaa kanan beeke isin qofa dha.+
Balleessaa keessan hundumaatiif kanan isin gaafadhu kanaafi.+