Baʼuu 19:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Ammas isin of eeggannoodhaan sagalee kootiif yoo ajajamtanii fi kakuu koo yoo eegdan, guutummaan lafaa kan koo waan taateef,+ isin dhugumaan saboota hundumaa keessaa anaaf qabeenya addaa* ni taatu.+ Keessa Deebii 7:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Ati Waaqa kee Yihowaadhaaf saba qulqulluu dha; Waaqni kee Yihowaan saboota lafa irra jiraatan hundumaa keessaa saba isaa, isa isaaf qabeenya addaa* taʼe akka taatu si filateera.+ Faarfannaa 147:19, 20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Dubbii isaa Yaaqoobitti,Dambiiwwan isaa fi murtiiwwan isaas Israaʼelitti ni labsa.+ 20 Inni saba kan biraa kamiif iyyuu akkana hin goone;+Isaan waaʼee murtiiwwan isaa homaa hin beekan. Yaahiin jajadhaa!*+
5 Ammas isin of eeggannoodhaan sagalee kootiif yoo ajajamtanii fi kakuu koo yoo eegdan, guutummaan lafaa kan koo waan taateef,+ isin dhugumaan saboota hundumaa keessaa anaaf qabeenya addaa* ni taatu.+
6 Ati Waaqa kee Yihowaadhaaf saba qulqulluu dha; Waaqni kee Yihowaan saboota lafa irra jiraatan hundumaa keessaa saba isaa, isa isaaf qabeenya addaa* taʼe akka taatu si filateera.+
19 Dubbii isaa Yaaqoobitti,Dambiiwwan isaa fi murtiiwwan isaas Israaʼelitti ni labsa.+ 20 Inni saba kan biraa kamiif iyyuu akkana hin goone;+Isaan waaʼee murtiiwwan isaa homaa hin beekan. Yaahiin jajadhaa!*+