LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 19:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Murtii Gibxii irratti dabarfame:+

      Kunoo, Yihowaan duumessa saffisa qabuun gulufaa gara Gibxii dhufaa jira.

      Waaqoliin Gibxii warri gatii hin qabne isa duratti ni hollatu,+

      Garaan Gibxiis ishii keessatti ni baqa.

  • Hisqiʼel 29:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 “Yaa ilma namaa, fuula kee gara Faraʼoon mootii Gibixiitti naannessiitii isa irrattii fi guutummaa Gibxii irratti raajii dubbadhu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi