Ermiyaas 49:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 49 Amoonota+ ilaalchisee Yihowaan akkana jedha: “Israaʼel ilmaan hin qabuu? Dhaaltuu hoo hin qabuu? Maarree Maalkaam+ Gaadiin kan dhaale maaliifi?+ Namoonni isaa magaalota Israaʼel keessa kan jiraatan hoo maaliifi?” Hisqiʼel 25:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 “Yaa ilma namaa, fuula kee gara Amoonotaatti+ naannessiitii isaan irratti raajii dubbadhu.+
49 Amoonota+ ilaalchisee Yihowaan akkana jedha: “Israaʼel ilmaan hin qabuu? Dhaaltuu hoo hin qabuu? Maarree Maalkaam+ Gaadiin kan dhaale maaliifi?+ Namoonni isaa magaalota Israaʼel keessa kan jiraatan hoo maaliifi?”