LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 19:36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Akka kanaan, ijoolleen durbaa Loox lamaan abbaa isaanii irraa ni ulfaaʼan.

  • Uumama 19:38
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 38 Ishiin quxisuunis ilma ni deesse; maqaa isaas Benʼamii jettee moggaaste. Inni abbaa Amoonota+ yeroo ammaatti argamanii ti.

  • Keessa Deebii 2:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Lafa isan Amoonotaaf dhaalaan kenne irraa isa tokko illee waanan siif hin kennineef, yommuu Amoonotatti dhihaattu isaan hin dhiphisin yookiin isaan hin aarsin; sababiin isaas, biyyattii sanyii Looxiif dhaalaan kenneera.+

  • 2 Seenaa Baraa 20:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Boodas Moʼaabonnii+ fi Amoononni,+ Amoonimoota* muraasaa wajjin Yoshaafaax irratti waraana banuuf ni dhufan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi