LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 2:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Waaqoliin gatii hin qabne guutummaatti ni badu.+

  • Ermiyaas 51:17, 18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Namni hundi hubannaa fi beekumsa hin qabu.

      Namni sibiila tumu hundi fakkii bocameen kan kaʼe ni qaanaʼa;+

      Sababiin isaas, fakkiin isaa inni sibiila irraa tolfame* soba dha,

      Hafuurris fakkiiwwan kana keessa hin jiru.+

      18 Isaan abjuu*+ fi hojii itti qoosamu dha.

      Guyyaan itti qorataman yommuu dhufu ni badu.

  • Sefaaniyaa 2:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yihowaan sodaachisaa isaanitti ni taʼa;

      Sababiin isaas, inni waaqolii lafa irraa hundumaa ni balleessa,*

      Odolawwan sabootaa hundis

      Tokkoon tokkoon isaanii iddoo isaanii irraa isaaf ni sagadu.*+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi