LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 23:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 “Tiksitoota hoolota kaloo koo keessa jiran balleessanii fi bittinneessaniif wayyoo!” jedha Yihowaan.+

  • Hisqiʼel 34:5, 6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Kanaafuu, tikseen waan hin jirreef isaan ni bittinnaaʼan;+ isaan bittinnaaʼanii bineensa bosonaa hundumaatiif nyaata ni taʼan. 6 Hoolonni koo gaarota hundumaa irrattii fi tabba ol kaʼaa hundumaa irratti faffacaʼaniiru; hoolonni koo guutummaa lafaa irratti bittinnaaʼaniiru; nama isaan barbaadus taʼe isaan argachuuf carraaqqii godhu hin qaban.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi